際際滷

際際滷Share a Scribd company logo
Boqonnaa 6
Bineeldota Mit-selomeetii (Acoelomate Animals)
I.Murna Pilaatihelmentii (Raammoo Battee)
 Bineeldotni kunniin baqqaan-sadee
 Bakka keessa qaawwaa bullaainsa soorataa qofa qabu.
I.Murna Pilaatihelmentii (Raammoo Battee)
1.1 Amaloota Waliigalaa Pilaatihelmentii
 Irraa jalaan boca battee qau
 Jijjirama dagaaginaa (Progressive evolution) 4 agarsiisaniiru.
Isaanis dagaagina
 baqqaana sadiii ( triploblastic)
 simeetirii baayilaateraalii (cin-lamee)
 sadarkaa sirna qaamaa fi
 gar- mataa (cephalization) fi
qindoomina nervoota dhaamsa geessituu fi deebistuu ti.











Ammaan 1mm - naannoo 10m gau
Sirni geejiba dhangalaoo ykn kan dhiigaa hin jiru;
 Qaamnii diffushiniif mijataadha.
Sochii siaaaa tae agarsiisu.
Murni kun : Gitoota maxxantootaa sadii fi
 Bilisaan jiraatu tokko qaba.
Maxxantooti jijjiirama
 Bocaa (anatomy)
 Adeemsa dalagaa qaamaa (physiology) fi
 Amalaa (behavioure) agarsiisaniiru.
Kun madaqiinsa haala jireenyaaf jecha jijjiirrataniiru.
Sanyiiwwan jiraattotaa 15,000 ol qabu
Afaan qabu, garuu qaawwaa xuraawaa ittiin dhabamsiisan adda tae
(anus) hin qaban
 Qaama lallaafaa qabaachuudhaan beekamu.
 Miseensotni maxxantoota taan (Fkn: raammoo heexoo) caasaa
 Buullaainsa soorataa hin qaban.
 Kun madaqiinsa maxxantummaa dha








1.2 Bidoollee fi Soorannoo Raammoo Battee
Bidoolleen mala jireenyaa isaanii waliin adeema.
Pilaaneeriyaa bilisaan jiraatu.
 Baayinaan bishaan ashaboo
 Murasi bishaan haaraa.
 Bineeldota xixiqqoo adamsuudhaan Sooratu.
 Kan raqa-nyaattummaan jiraataniis jiru.
Isaan kun
Afaan,
Qoonqoo fi
Marimmaan dhumarratti duudaa tae qabu
 Caasaan bullaainsa soorataa inzaayimoota qabu.
 Adamsitootni laanqessaa ippiidarmiirratti qophaaaniin adamamtoota
sakaalanii qabatu.
 Rammoo batteen maxxantoota taan: keessa ykn
 ala bineeldota biroorra jiraatu.
 soorata daakamaa, ykn dhangalaoo keessummeessitootaa keessa sooratu.
 caasaa ittiin keessummeessitoota isaanitti qabatan mataa irraa qabu.
 Iskooleksii (scolex) jedhamu qabu.
 Iskooleeksiin maxxansituu biraa sakerii (sucker) qaba.
 Sakeriin gara gadiitti siqee cinaalee irratti argamuu.
 dirtuun biroo immoo gara fiixeetti argama.
 Caasaalee kanaan xuuxuun sooratu.
 sirna bullaainsa soorataa isaan hin barbaachisu.



1.3 Ijaarsa Qaamaa fi Dalgaalee Adda Addaa
1.3.1 Bocaa fi Caasaa
Raammoo batteen bifaan battee dha.
Simeetirii cin-lamee waan qabaniif qaama:
cina bitaa fi mirgaa (left and right)
 gara jalaa fi gara irraa (dorsal and ventral)
 gara fuul-duraa fi duubaa (anterior and posterior) qabu.
Raammoo batteen bilisaan jiraatan: nafa gara jalaa caasaaleen rifeensee fakkaatan qabu.
 sigigaachuun sochouuf gargaaru.
Nafi maxxantootaa tegumentii ykn kuutiikiliin aguugamera.
 Inzaayimii keessummeessitootaan akka hin daakamneef ittisa.
Tarbulaariiyaa keessatti maashaaleen keessaa fi rifeenseen sochiif
gargaaruu.
Raammoo batteen sirna lafee hin qaban.
 Utubbiin qaamaa dhiibbaa bishaaniin deggarama.










1.3.2 Usaansaa fi osmooriguleeshinii
Geejibni O2 fi soorataa diiffuushiniin raawwata.
 Geejibi wantootaa sochii qaamaan saffisiifamuu dandaa.
Pilaatihelmentiin baayee ujummoo usaansaa pirootoonefiriidaa qabu.
 Dhangalaoon qaama keessaa seelota fileemiin gara ujummoo
kanaatti yaau.
Ashaboon ujummoo kanaan xuuxamee gara qaamaatti deebia.
Xuriin bishaan darbaa karaa ujummoo nefiriidoofoori jedhamuu gara
alaatti baa.
1.3.3 Sirna narvii fi qaamota miiraa
Narvineettii salphaa irraa amma narvii walxaxaatu argama.
Sirni narvii raammoo battee
 cin-lamee kan taee fi
 gaangiliyanii serebiraalawaa tae of-keessaa qabuu.


Tokko tokko keessatti sirna narvii gara mataa (cephalic nerve)
 baayee dagaagee fi
 dandii dhaamsa deebistuu fi dhaamsa geessituu kan qabuu dha.
 Haaluma kanaan dhaamsi qaamota miira adda addaa qaqqabuun
adeemsi qindoomina dalagaalee adda addaa ni raawwata.
 Raammoo battee adda addaa keessa sirbidduuwwan miira adda addaa
fudhan jiru.
 Kanneen keessaa muraasi
 Saakerii keessa sirbiduu tuqaatii (tactile receptor)
Fkn. Raammoo filuukii, fi tarbulaariyaa
 Sirbiduu keemikaalaa (chemoreceptors) gara mataa tarbulaariyaa
Foolii adamsitootaa fuudhuun hordofuuf (chemotaxis) gargaara.
 Sirbiduun ifaa (photoreceptor)qaama turbeelariyaa irratti argama.
Ifa irraa fagaatu (negative phototactic)










1.3.4 Walhormaataa fi dagaagina raammoo battee
I. Walhormaata
A) Saallessaa:- Raammoo batteen
Monoecious /qaama saalaa kormaa fi dhalaa orgaanizimii tokkicha irraa/.
Goonaadii ispeermii qopheessuu fi hanqaaquu qopheessu qabu.
Goonaadiin kormaa
 Xannachoota dhangalaoo qopheessan,
 Ujummoolee fi
 Maashaalee ispermii dabarsaniin badhaadhaa dha.
Misoomni hanqaaquu keessoo (internal fertilization) dha.
Raammoo batteen tokko tokko luuxii (hermaphrodite) dha.
Fkn: Raammoo Heexoo.
Kaan immoo ispeermii waljijjiiruun fartilaayizeeshinii alagaa gaggeessu.

Fkn: Tarbulaariyaa.
 Adeemsa armaan olii lameeniin misooma kan gaggeessanis ni jiru.
 Dagaaginni miciree garaagarummaa agarsiisa.
 Kallattiin yookaan immoo
 keessummeessitoota adda addaa keessa darbuu fi
 sadarkaa jiisaa qabaachuun walxaxaa tauu dandaa.
B) Alsaallessaa
 Raammoo battee keessaa tarbulaariyaan
 Dalga citee dagaaguun (regeneration)niin beekama.
Fkn pilaaneeriyaan
II. Marsa jireenyaa
 Marsaan jireenyaa raammolee battee maxxantootaa walxaxaa dha.
 Irra caalaa yoo xinnaate keessummeessitoota 2 barbaadu,
 keessummeessaa jalqabaa (10 host) fi
 keessummeessaa lammaffaatti (20 host) fayyadamu.
 Akka fakkeenyaatti marsaan jireenyaa filuukii tiruu fi raammoo heexoo
armaan gaditti kennamaniiru.










Marsa jireenyaa filuukii tiruu (Liver fluke)
Filuukiin tiruu maxxantuu keessaa
 vertebireetoota gurguddoo (hoolaa, reee, loon fi
 yeroo tokko tokko namaa) ti.
Gaeessi hadhooftuu tiruu keessa jiraata.
Hanqaquun misoome karaa ujummoo hadhooftuu marimmaan seenee
bobbaa wajjin gara alaatti baha.
Bishaan keessatti jiisaan miraasiidiyamii hanqaaquu kana keessaa baha.
Miraasiidiyemiin cilalluu huree lixa (20 host)
Cilalluu keessatti miraasiidiyem iirraa sadarkaan ispooroosistii kan
alsaallessaan walhoruu dandau uumama.
Ispooroosistii keessatti jisaan raadiyaa jedhaman hedduun ni uumamu.
Jiisaa raadiyaa keessaa dhumarratti jiisaa seerkaariyaa gadi-lakkifama.












Serkaariyaan bishaan daakuun keessummeessituu isaa yeroo argatu gogaa
uruun seenee karaa sirna geejiba dhiigaa hadhooftuutti deebia.
Marsa jireenyaa raammoo heexoo (Tape worm)
Sanyii adda addaa (Taenia solium, T. saginatum)qaba
caasaa walhormaataa, piroogilootiidii hedduu qabu.
Piroogilootiidiin tokko cidhaanii fi oovaarii of irraa qaba.
Ispeermii fi hanqaaquun piroogilootiidii tokkoo walmisoomsu dandau.
Piroogilootiidota adda addaa gidduuttis misoomni raawwachuu dandaa.
Piroogilootiidiin hanqaaquu misoomeen gutame citee bobbaa wajjin gara
alaatti baha.
Hanqaaquun kun loon (T.saginatum) ykn booyyeen (T.solium) nyaatamuu
dandaa.
Hanqaaquu
Jiisaa onkoosfeer dhaaba marimaanii huruun sirna
marsaa dhiigaa (SMD) qabata.
Dhiigaan baatamee tiruuonnee somba qaqqabuun deebiee onnee
keessa darbee dhumarratti maashaa lafee bira gaha.


Maashaa keessummeessituu giddugaleessa keessatti onkoosfeeriin
sistiiserkusiitti /hkkoo 6 qaba/ jijjiirama.



Dhandhalchi kun miciree baata




Raammoon kun gara marimmaan namaatti deebiee marsa isaa xumura.
Kun kan tau yoo namni foon booyee /loonii/ sistiiserkusii kanaan
faalame hin bilchaatin nyaatuu dha.
1.4 Ramaddii Raammoo Battee
Pilatihelmentiin gitoota afuritti qoodama.
 Tarbalaariyaan (bilisaan jiraattoota)
 Tiriimaatoodaa
 Monoojeeniyaan filuukota.
 Sistoodaan gita raammoolee heexoo (minnii) ti.



.











Gita 1. Tarbulaar iyaa
Bishaan (ashaboo fi haaraa) jala bilisaan jiraatu.
Rifeensee gar-jalaa fi maashaa fayyadamuun foqoqu.
Adamsistootaa fi raqa  nyaattota.
Seelotni ippiidermii laanqessaa maddisiisu.
o Laanqessaan kun
 qaama jiisuu,
 Diinarraa baraaruu,
 Soorata sakeelee qabuu fi
 wantoota irra jiranitti maxxansuuf fayyada.
Kanneen bishaan haaraa keessaa pirootoonefiridaan
 dhiibbaa osmoosisii toatu;
 xurii tokko tokkos dhabamsiisu.
Xuriin akka amooniyaa diffushiniin dhabamsiifama.
Sirna narvii qabu.





Tuqaa ijaa ooseelii (Ocelli) jedhaman qabu.
Qaamni keemikaalotaa fi tuqaatiif miiraawaa dha.
Sirna marsaa dhiigaa fi qaama hargansuu hin qaban.
Walhormaatni maloota saallessaa fi alsaallessaan raawwata.
Gita 2. Monoojeniyaa
 Maxxantoota
 ala qaama qurxummii (gogaa fi giilii) fi
 keessa afuuffee raachaa ti.
 Keessummeessituu tokko qofa barbaada, dagaagina kallattii agarsiisu.
 Hanqaaquun misoome jiisaa rifeensee qabu onkoomiraasiidiyemi
jedhamutti jijjiirama.
 Jisaan kun (bishaan daaka) qabsiistuu (huukii fi saakerii)tiin
keessummeessituutti qabata.
Hanqaaquun kan gadi lakkifamu yeroo raachi walhormaataaf bishaanitti
deebiudha.











Giilii taaddipooliitti qabachuun hadhooftuu seenuu dandaa.
Walhormaatni isaanii walhormaata keessummeessitootaa waliin kan
walsimudha.
 Fkn: Pooliistoomaa.
Gita 3: Tiriimaatoodaa
Sanyii baayee (gara 8000) kanneen bocaan baala fakkaatan of keessaa
qaba.
Maxxantoota keessaa (Endoparasite) ti.
Gaeessotni maxxantoota vertebireetotaati.
Invertebireetotni akka keessummeessituu giddugaleessaatti gargaaru.
Sochiin maashaa qofaan malee rifeensee hin qaban.
Qabsiistuu (saaker) of irraa qabu.
Qabsiistuun gar-duraa qaamaatti argama.
Fkn: Filuukii dhiigaa (Schistosoma)
Filuukii tiruu (Hepatica)













Gita 4: Sistoodaa (Raammoo heexoo)
Hundi maxxantoota keessaa vertebireetotaa ti.
Qaami batteedha, garii mataa (scolex) qabsiistuu saakerii fi huukii qaba.
dhaaba marimmaanitti qabatu
Qaamni mataa booda (Strobila) sararaa piroogilootiid jedhamutti
qoqqoodama.
Piroogilootiidiin qalqalloo wahormaataa jedhamee beekama.
Raammoon heexoo cidhaanii fi oovaarii piroogilootiidii tokko irraa qaba
of-misoomsuu dandaa.
Misoomni alagaas gaggeeffamuu dandaa.
Marimaan keessatti dhangalaaa PH gadi buusuu fi enzaayimootni
keessummeessituu akka isaan hin daakneef dhorkan maddisiisu.
Ija hin qaban
Afaanii fi sirna bullaainsa soorataa hin qaban.
Fkn: Raammolee heexoo adda addaa (T.Saginatus, T. Soleum kkf).

More Related Content

Acoelomates boq. 6

  • 1. Boqonnaa 6 Bineeldota Mit-selomeetii (Acoelomate Animals) I.Murna Pilaatihelmentii (Raammoo Battee) Bineeldotni kunniin baqqaan-sadee Bakka keessa qaawwaa bullaainsa soorataa qofa qabu. I.Murna Pilaatihelmentii (Raammoo Battee) 1.1 Amaloota Waliigalaa Pilaatihelmentii Irraa jalaan boca battee qau Jijjirama dagaaginaa (Progressive evolution) 4 agarsiisaniiru. Isaanis dagaagina baqqaana sadiii ( triploblastic) simeetirii baayilaateraalii (cin-lamee) sadarkaa sirna qaamaa fi gar- mataa (cephalization) fi qindoomina nervoota dhaamsa geessituu fi deebistuu ti.
  • 2. Ammaan 1mm - naannoo 10m gau Sirni geejiba dhangalaoo ykn kan dhiigaa hin jiru; Qaamnii diffushiniif mijataadha. Sochii siaaaa tae agarsiisu. Murni kun : Gitoota maxxantootaa sadii fi Bilisaan jiraatu tokko qaba. Maxxantooti jijjiirama Bocaa (anatomy) Adeemsa dalagaa qaamaa (physiology) fi Amalaa (behavioure) agarsiisaniiru. Kun madaqiinsa haala jireenyaaf jecha jijjiirrataniiru. Sanyiiwwan jiraattotaa 15,000 ol qabu Afaan qabu, garuu qaawwaa xuraawaa ittiin dhabamsiisan adda tae (anus) hin qaban
  • 3. Qaama lallaafaa qabaachuudhaan beekamu. Miseensotni maxxantoota taan (Fkn: raammoo heexoo) caasaa Buullaainsa soorataa hin qaban. Kun madaqiinsa maxxantummaa dha 1.2 Bidoollee fi Soorannoo Raammoo Battee Bidoolleen mala jireenyaa isaanii waliin adeema. Pilaaneeriyaa bilisaan jiraatu. Baayinaan bishaan ashaboo Murasi bishaan haaraa. Bineeldota xixiqqoo adamsuudhaan Sooratu. Kan raqa-nyaattummaan jiraataniis jiru. Isaan kun Afaan, Qoonqoo fi Marimmaan dhumarratti duudaa tae qabu
  • 4. Caasaan bullaainsa soorataa inzaayimoota qabu. Adamsitootni laanqessaa ippiidarmiirratti qophaaaniin adamamtoota sakaalanii qabatu. Rammoo batteen maxxantoota taan: keessa ykn ala bineeldota biroorra jiraatu. soorata daakamaa, ykn dhangalaoo keessummeessitootaa keessa sooratu. caasaa ittiin keessummeessitoota isaanitti qabatan mataa irraa qabu. Iskooleksii (scolex) jedhamu qabu. Iskooleeksiin maxxansituu biraa sakerii (sucker) qaba. Sakeriin gara gadiitti siqee cinaalee irratti argamuu. dirtuun biroo immoo gara fiixeetti argama. Caasaalee kanaan xuuxuun sooratu. sirna bullaainsa soorataa isaan hin barbaachisu.
  • 5. 1.3 Ijaarsa Qaamaa fi Dalgaalee Adda Addaa 1.3.1 Bocaa fi Caasaa Raammoo batteen bifaan battee dha. Simeetirii cin-lamee waan qabaniif qaama: cina bitaa fi mirgaa (left and right) gara jalaa fi gara irraa (dorsal and ventral) gara fuul-duraa fi duubaa (anterior and posterior) qabu. Raammoo batteen bilisaan jiraatan: nafa gara jalaa caasaaleen rifeensee fakkaatan qabu. sigigaachuun sochouuf gargaaru. Nafi maxxantootaa tegumentii ykn kuutiikiliin aguugamera. Inzaayimii keessummeessitootaan akka hin daakamneef ittisa. Tarbulaariiyaa keessatti maashaaleen keessaa fi rifeenseen sochiif gargaaruu. Raammoo batteen sirna lafee hin qaban. Utubbiin qaamaa dhiibbaa bishaaniin deggarama.
  • 6. 1.3.2 Usaansaa fi osmooriguleeshinii Geejibni O2 fi soorataa diiffuushiniin raawwata. Geejibi wantootaa sochii qaamaan saffisiifamuu dandaa. Pilaatihelmentiin baayee ujummoo usaansaa pirootoonefiriidaa qabu. Dhangalaoon qaama keessaa seelota fileemiin gara ujummoo kanaatti yaau. Ashaboon ujummoo kanaan xuuxamee gara qaamaatti deebia. Xuriin bishaan darbaa karaa ujummoo nefiriidoofoori jedhamuu gara alaatti baa. 1.3.3 Sirna narvii fi qaamota miiraa Narvineettii salphaa irraa amma narvii walxaxaatu argama. Sirni narvii raammoo battee cin-lamee kan taee fi gaangiliyanii serebiraalawaa tae of-keessaa qabuu.
  • 7. Tokko tokko keessatti sirna narvii gara mataa (cephalic nerve) baayee dagaagee fi dandii dhaamsa deebistuu fi dhaamsa geessituu kan qabuu dha. Haaluma kanaan dhaamsi qaamota miira adda addaa qaqqabuun adeemsi qindoomina dalagaalee adda addaa ni raawwata. Raammoo battee adda addaa keessa sirbidduuwwan miira adda addaa fudhan jiru. Kanneen keessaa muraasi Saakerii keessa sirbiduu tuqaatii (tactile receptor) Fkn. Raammoo filuukii, fi tarbulaariyaa Sirbiduu keemikaalaa (chemoreceptors) gara mataa tarbulaariyaa Foolii adamsitootaa fuudhuun hordofuuf (chemotaxis) gargaara. Sirbiduun ifaa (photoreceptor)qaama turbeelariyaa irratti argama. Ifa irraa fagaatu (negative phototactic)
  • 8. 1.3.4 Walhormaataa fi dagaagina raammoo battee I. Walhormaata A) Saallessaa:- Raammoo batteen Monoecious /qaama saalaa kormaa fi dhalaa orgaanizimii tokkicha irraa/. Goonaadii ispeermii qopheessuu fi hanqaaquu qopheessu qabu. Goonaadiin kormaa Xannachoota dhangalaoo qopheessan, Ujummoolee fi Maashaalee ispermii dabarsaniin badhaadhaa dha. Misoomni hanqaaquu keessoo (internal fertilization) dha. Raammoo batteen tokko tokko luuxii (hermaphrodite) dha. Fkn: Raammoo Heexoo. Kaan immoo ispeermii waljijjiiruun fartilaayizeeshinii alagaa gaggeessu. Fkn: Tarbulaariyaa. Adeemsa armaan olii lameeniin misooma kan gaggeessanis ni jiru.
  • 9. Dagaaginni miciree garaagarummaa agarsiisa. Kallattiin yookaan immoo keessummeessitoota adda addaa keessa darbuu fi sadarkaa jiisaa qabaachuun walxaxaa tauu dandaa. B) Alsaallessaa Raammoo battee keessaa tarbulaariyaan Dalga citee dagaaguun (regeneration)niin beekama. Fkn pilaaneeriyaan II. Marsa jireenyaa Marsaan jireenyaa raammolee battee maxxantootaa walxaxaa dha. Irra caalaa yoo xinnaate keessummeessitoota 2 barbaadu, keessummeessaa jalqabaa (10 host) fi keessummeessaa lammaffaatti (20 host) fayyadamu. Akka fakkeenyaatti marsaan jireenyaa filuukii tiruu fi raammoo heexoo armaan gaditti kennamaniiru.
  • 10. Marsa jireenyaa filuukii tiruu (Liver fluke) Filuukiin tiruu maxxantuu keessaa vertebireetoota gurguddoo (hoolaa, reee, loon fi yeroo tokko tokko namaa) ti. Gaeessi hadhooftuu tiruu keessa jiraata. Hanqaquun misoome karaa ujummoo hadhooftuu marimmaan seenee bobbaa wajjin gara alaatti baha. Bishaan keessatti jiisaan miraasiidiyamii hanqaaquu kana keessaa baha. Miraasiidiyemiin cilalluu huree lixa (20 host) Cilalluu keessatti miraasiidiyem iirraa sadarkaan ispooroosistii kan alsaallessaan walhoruu dandau uumama. Ispooroosistii keessatti jisaan raadiyaa jedhaman hedduun ni uumamu. Jiisaa raadiyaa keessaa dhumarratti jiisaa seerkaariyaa gadi-lakkifama.
  • 11. Serkaariyaan bishaan daakuun keessummeessituu isaa yeroo argatu gogaa uruun seenee karaa sirna geejiba dhiigaa hadhooftuutti deebia. Marsa jireenyaa raammoo heexoo (Tape worm) Sanyii adda addaa (Taenia solium, T. saginatum)qaba caasaa walhormaataa, piroogilootiidii hedduu qabu. Piroogilootiidiin tokko cidhaanii fi oovaarii of irraa qaba. Ispeermii fi hanqaaquun piroogilootiidii tokkoo walmisoomsu dandau. Piroogilootiidota adda addaa gidduuttis misoomni raawwachuu dandaa. Piroogilootiidiin hanqaaquu misoomeen gutame citee bobbaa wajjin gara alaatti baha. Hanqaaquun kun loon (T.saginatum) ykn booyyeen (T.solium) nyaatamuu dandaa. Hanqaaquu Jiisaa onkoosfeer dhaaba marimaanii huruun sirna marsaa dhiigaa (SMD) qabata. Dhiigaan baatamee tiruuonnee somba qaqqabuun deebiee onnee keessa darbee dhumarratti maashaa lafee bira gaha.
  • 12. Maashaa keessummeessituu giddugaleessa keessatti onkoosfeeriin sistiiserkusiitti /hkkoo 6 qaba/ jijjiirama. Dhandhalchi kun miciree baata Raammoon kun gara marimmaan namaatti deebiee marsa isaa xumura. Kun kan tau yoo namni foon booyee /loonii/ sistiiserkusii kanaan faalame hin bilchaatin nyaatuu dha. 1.4 Ramaddii Raammoo Battee Pilatihelmentiin gitoota afuritti qoodama. Tarbalaariyaan (bilisaan jiraattoota) Tiriimaatoodaa Monoojeeniyaan filuukota. Sistoodaan gita raammoolee heexoo (minnii) ti. .
  • 13. Gita 1. Tarbulaar iyaa Bishaan (ashaboo fi haaraa) jala bilisaan jiraatu. Rifeensee gar-jalaa fi maashaa fayyadamuun foqoqu. Adamsistootaa fi raqa nyaattota. Seelotni ippiidermii laanqessaa maddisiisu. o Laanqessaan kun qaama jiisuu, Diinarraa baraaruu, Soorata sakeelee qabuu fi wantoota irra jiranitti maxxansuuf fayyada. Kanneen bishaan haaraa keessaa pirootoonefiridaan dhiibbaa osmoosisii toatu; xurii tokko tokkos dhabamsiisu. Xuriin akka amooniyaa diffushiniin dhabamsiifama. Sirna narvii qabu.
  • 14. Tuqaa ijaa ooseelii (Ocelli) jedhaman qabu. Qaamni keemikaalotaa fi tuqaatiif miiraawaa dha. Sirna marsaa dhiigaa fi qaama hargansuu hin qaban. Walhormaatni maloota saallessaa fi alsaallessaan raawwata. Gita 2. Monoojeniyaa Maxxantoota ala qaama qurxummii (gogaa fi giilii) fi keessa afuuffee raachaa ti. Keessummeessituu tokko qofa barbaada, dagaagina kallattii agarsiisu. Hanqaaquun misoome jiisaa rifeensee qabu onkoomiraasiidiyemi jedhamutti jijjiirama. Jisaan kun (bishaan daaka) qabsiistuu (huukii fi saakerii)tiin keessummeessituutti qabata. Hanqaaquun kan gadi lakkifamu yeroo raachi walhormaataaf bishaanitti deebiudha.
  • 15. Giilii taaddipooliitti qabachuun hadhooftuu seenuu dandaa. Walhormaatni isaanii walhormaata keessummeessitootaa waliin kan walsimudha. Fkn: Pooliistoomaa. Gita 3: Tiriimaatoodaa Sanyii baayee (gara 8000) kanneen bocaan baala fakkaatan of keessaa qaba. Maxxantoota keessaa (Endoparasite) ti. Gaeessotni maxxantoota vertebireetotaati. Invertebireetotni akka keessummeessituu giddugaleessaatti gargaaru. Sochiin maashaa qofaan malee rifeensee hin qaban. Qabsiistuu (saaker) of irraa qabu. Qabsiistuun gar-duraa qaamaatti argama. Fkn: Filuukii dhiigaa (Schistosoma) Filuukii tiruu (Hepatica)
  • 16. Gita 4: Sistoodaa (Raammoo heexoo) Hundi maxxantoota keessaa vertebireetotaa ti. Qaami batteedha, garii mataa (scolex) qabsiistuu saakerii fi huukii qaba. dhaaba marimmaanitti qabatu Qaamni mataa booda (Strobila) sararaa piroogilootiid jedhamutti qoqqoodama. Piroogilootiidiin qalqalloo wahormaataa jedhamee beekama. Raammoon heexoo cidhaanii fi oovaarii piroogilootiidii tokko irraa qaba of-misoomsuu dandaa. Misoomni alagaas gaggeeffamuu dandaa. Marimaan keessatti dhangalaaa PH gadi buusuu fi enzaayimootni keessummeessituu akka isaan hin daakneef dhorkan maddisiisu. Ija hin qaban Afaanii fi sirna bullaainsa soorataa hin qaban. Fkn: Raammolee heexoo adda addaa (T.Saginatus, T. Soleum kkf).