際際滷
Submit Search
Jijjiiramoota Ijoo Labsiilee Lakk. 377 Fi 1156.pptx
Download as PPTX, PDF
0 likes
172 views
G
getabelete
Follow
Jijjiiramoota Ijoo Labsiilee Lakk. 377 Fi 1156.pptx
Read less
Read more
1 of 12
Download now
Download to read offline
More Related Content
Jijjiiramoota Ijoo Labsiilee Lakk. 377 Fi 1156.pptx
1.
Jijjiiramoota Ijoo Labsiilee Lakk. 377/1996
Fi 1156/2011 Elias K.Law Room telegram channel join it.
2.
Jijjiiramoota Ijoo Labsiilee
Lakk. 377/1996 Fi 1156/2011 Mata duree Labsii 377/1996 Labsii 1156/2011 Hiikkoo Hoji- gaggeessaa irratti Ulaagaa Hoji-gaggeessaan ittiin adda bahu keessaa tokko tarkanfii naamusaa.. fudhachuu ture. Amma garuu hojjetaan tokko tarkaanfii naamusaa fudhachuun qofti Hoji- gaggeessaa hin jechisiisu(kwt.2(10)) Hiikkoo Loogii hojjettoota gidduutti uumuu irratti Hiikkoon itti hin kennamne ture Loogii hojjettoota gidduutti uumuu jechuun maal akka tae hiikkoon itti kennameera. (kwt.2(15))
3.
Mata duree Labsii
377/1996 Labsii 1156/2011 Daangaa labsii Hariiroo hojii erga waliigalteen hojii uumamee malee sadarkaa filannootti haguuggii hin kennuuf ture. Hariiroo hojii yeroo filannoo qaccaarrii irraa eegalee raawwatiinsa kan qabaatu tauu kaaeera. (kwt.3(1)) Qacarrii Yeroo Yaalii qaccarriin yeroo yaalii guyyoota walitti aananii jiran 45 qofaaf ture labsii haaraa keessatti garuu gara guyyoota hojii 60tti dabaleera. (kwt.11(3))
4.
Mata duree Labsii
377/1996 Labsii 1156/2011 Dhoorkiwwaan Dabalataa Yeroo hojiitti walgahii tauun labsii duraa keessatti ifatti hin dhoorkamne. Hojjechiisaan osoo hin heyyamne yeroo hojiitti walgahii tauun dhoorkadha.(kwt.14/2/g) Sababa yeroo hojii kabajuu dhabuutiin akeekkachiisa malee hojjettaa hojii irraa gaggeessuu Sababa gahaa malee irra deddeebiin yeroo hojii kabajuu dhabuun hojii irraa kan gaggeessisuu yeroo meeqaaf akeekkachiisni yoo kenname akka tae iftoomina hin qabu ture. Osoo akeekkachiisni barereeffamaa kennamuuf yeroo jia 6 keessatti yeroo 8 yeroo hojii osoo hin kabajiin yoo hafe tauu taaeera. (Kwt.27/1/a/)
5.
Mata duree Labsii
377/1996 Labsii 1156/2011 Sababa hojii irraa hafuutiin akeekkachiisa malee hojii irraa gaggeessuu Walitti aansuun guyyoota 5f ykn yeroo turtii jia 1 keessatti guyyoota 10f ykn yeroo turtii waggaa 1 keessatti guyyoota 30f sababa gahaa malee hojii irraa hafuu Labsii haaraa keessatti akeekkachiisa malee hojjetaan hojii irraa kan gaggeeffamu yeroo jia 6 keessatti guyyoota 5f osoo akkeekachiifni barreeffamaa kennamuufi hojii irraa kan hafe yoo taeedha.(kwt.27/1/b)
6.
Mata duree Labsii
377/1996 Labsii 1156/2011 Sababa raawwii hojii gadi aanatiin waliigaltee hojii akeekkachiisaan addaan kutuu Labsii duraa keessatti hin haammatamne Madaalliin raawwii hojii hojjetaadhaaf walitti fufiinsaan raawwatamuu kan qabu tauufi kunis yeroo yerootti galmaauu kan qabu tauu tumameera. (kwt.28/2) Sababa miidhaa ykn tuttuqqaa saal- qunnamtiitiin hojjeetaan hojii addaan kutuu Labsii duraa keessatti hin haammatamne Hojjetaan miidhaa ykn tuttuqqaan saal-qunnamtii irra gahe akeekkachiisa malee waliigaltee hojii isaa addaan kutuu kan dandau tauu; (kwt.32/1/b)
7.
Mata duree Labsii
377/1996 Labsii 1156/2011 Sababa tuttuqqaa fi miidhaa saal- qunnamtiitiin kaffaltii hojii irraa gaggeeffamuu fi beenyaa Labsii duraa keessatti hin haammatamne Hojjetaan miidhaa ykn tuttuqqaan saalqunnamtii hojjechiisadhaan ykn hoogganaadhaan irra gahe hojjicha kan dhiise yoo tae mirga kaffaltii hojii irraa gaggeessuu fi beenyaa mindaa jia 3 argachuu ni qaba. Mindaa hojjetaa kutuu Labsii duraanii keessatti mindaa hojjetaa irraa haala kamiinuu harka 1/3 caala cituu akka hin dandeenye ni tuma. Labsii haaraan keessatti hojjetichi barreeffamaan fedhii isaa kan kenne yoo tae mindaan harka 1/3 cituu kan dandau tauu tumeera.(kwt.59/2)
8.
Mata duree Labsii
377/1996 Labsii 1156/2011 Hojii yeroo dabalataa yeroon hojii dabalataa saaatii 2 caaluu akka hin qabne kan tumeera. labsiin haaraan garuu yeroon hojii dabalataa guyyaatti saaatii 4 fi torbanitti hanga saaatii 12 caaluu akka hin qabne ni tuma.(kwt.67) Kaffaltii yeroo dabalataa Yeroo hojii ganamaa 12:00- galgala 4:00 jiruuf kaffaltiin hojii yeroo dabalatamaa 1.25 baayifamee kan kaffalamu taa. Yeroo hojii galgala 4:00-ganama 12:00 jiruuf kaffaltiin hojii yeroo dabalatamaa 1.5 baayifamee kan kaffalamu taa. Yeroo hojii ganamaa 12:00-galgala 4:00 jiruuf kaffaltiin hojii yeroo dabalatamaa 1.5 baayifamee kan kaffalamu taa. Yeroo hojii galgala 4:00-ganama 12:00 jiruuf kaffaltiin hojii yeroo dabalatamaa 1.75 baayifamee kan kaffalamu taa.(Kwt.68)
9.
Mata duree Labsii
377/1996 Labsii 1156/2011 Boqqonnaa Torbanii Labsii duraa keessatti hin haammatamne Amala addaa hojiichaa irraa kauun hojjetaan boqqonnaa torbanii osoo hin argatiin kan hafe yoo tae hojjechiisaan jia keessatti guyyaa boqqonnaa 4 kennuufii qaba.(kewt.69/4) Boqqonnaa Waggaa boqqonnaa waggaa guyyaa 14 fi tokkoon tokkoo dabalata waggaa tokkootiif dabalataan guyyaa tokko kan argatu taa. guyyaa 16tti akka dabalu taee turtii waggaa lamaa keessatti guyyaa tokko irratti kan dabalamu taa. (kewt.77/1) Boqqonnaa Dahuumsaa guyyoota 30 dahuumsaan duraa fi guyyoota 60 dahuumsaan booda tauu tumameera. dahuumsaan dura guyyoota walitti aanaan 30 fi dahuumsaan booda guyyoota walitti aanaan 90 tauu tumeera(kwt.88)
10.
Mata duree Labsii
377/1996 Labsii 1156/2011 boqqonnaa dahuumsaa abbaadhaaf labsii duraa keessa hin jiru. Guyyoota walitti aanaan 3 abbaadhaaf hayyamameera. (kewt.81/2) Boqqonnaa sababa rakkootiin kaffaltii malee heyyamamu. Yeroo meeqaaf irraa deddeebiin guyyaa 5 akka heyyamamu ifa hin turre. Hojjetaan rakkoon cimaa addaa yeroo qunnamutti kaffaltii malee guyyoota 5 boqqonnaa kan argatu waggaatti yeroo 2 caaluu hin qabu.
11.
Mata duree Labsii
377/1996 Labsii 1156/2011 Hojjetaa hirisuu Hojjettoota haala addaatiin eegumsi godhamuufi :- Hojjettoota miidhaan qaamaa sababa hojii dhaabbatichaatiin irra gahe; Hojjettoota b/buoota hojjettootaa taan; Haadholii ulfa taan Qaama miidhamtoota; Haadholii ulfaa fi Haadholii yeroo dhihoo dahaan kan daaima umriin jia 4 gadii qaban(kwt.29/3)
12.
Mata duree Labsii
377/1996 Labsii 1156/2011 Umrii hojii gadi aanaa hojjettoota dargaggootaa Umriin xiqqaan hojjettoota dargagootaa wagga 14 ture labsii haaratiin gara waggaa 15tti akka ol dabalu taeera.
Download